Jump to content

Teeridoofaayitoota

Wikipedia irraa
Keessa deebiin kun gaafa 20:20, 14 Haggaya 2023 Afaan oromoo guddisii (dubbadhu | gumaacha) irratti (Created by translating the page "Pteridophyte")
(gargar) Foyyeeffata duraani | Foyyeeffata reefuu (gargar) | Foyyeeffata daran haaraa → (gargar)

Teeridoofaayitaan biqiltoota sanyii hin qabne ta’anii qaamni isaanii jirma, baalaafi hiddatti kan qoodamedha. Biqiltoonni teeridoofaayitaa sirna tishuu vaaskularii waan qabaniif biqiltoota biriyoofaayitoota caalaa fooyya’oo dha. Biqiltoonni teeridoofaayitaa jirma, baalaafi hidda dhugaa qabu. Biqiltoota daraaraa maleeyyii jalatti ramadamu. Fakkeenya isaanii keessaa tokko beekamoon kaarrolee dha.