Jump to content

Ida'uu

Wikipedia irraa
3 + 2 = 5 abaaboo wajjin, filannoo beekamaa kitaabota barnootaa keessatti [1]

Idaa'uun qooyyaba bu'ura herregaa lakkofsota walii galaa lama walitti dabaluun lakkofsa haaraa uumuuf nugargaaru dha.

  1. From Enderton (p. 138): "...select two sets K and L with card K = 2 and card L = 3. Sets of fingers are handy; sets of apples are preferred by textbooks."