miressa tashoomaa dargaggeessaa dammaqaa orommoo dachee oromiyaa araddaa Saddeeqaa (Tulluu maraatti) dhalatedha. mirreessaan dhalatee yeroo umuriin isaa barnootaaf gahutti mana barumsaa tulluu maraa sadarkaa tokkoffaatti barnoota isaa jalqabuun, haga kutaa kudha lammaffaatti achuma mana barumsaa kanatti barateera. kutaa kudha lamattii qabxii ol'aanaa galmeessisuun yuuniversiitii hawaasaa galuu dandaheera. fedhiif jaalalli inni tekinooloojiif qabu guddaa waan tureef muummeee barnoota Enjineeriingii keessaa Elektiroomakaanikaala barachuun bara 2010A.L.H tti eebbifameera. Mirressaan akkuma hawaasaa baheen Kaampaanii Moooneet Garaaj( monet Garaj PLC)jedhamu hundeessuun gaggeessaa dhaabbatichaa tahee hooganaa tureera. yeroo kanatti waajira mootummaa ( Ethiopian electric utility) keessatti oggeessaa dizaayiniif sararaa tahuun hojjechaa Jira.