Jump to content

User talk:Nasru Ethiopia

Page contents not supported in other languages.
From Wikipedia, the free encyclopedia

€nasrumikailkabira== Nasru mikail Ethiopian ==

Nasru mikail Ethiopian Airlines flight to London Nasru Ethiopia (talk) 23:03, 21 October 2023 (UTC) ♥Nasrumikailkabira Nasrumikailkabiranasrumikailkabira[reply]

Galatoomi Nasru Ethiopia (talk) 23:05, 21 October 2023 (UTC)[reply]
@Nasru Ethiopia Nasru Ethiopia (talk) 00:18, 22 October 2023 (UTC)[reply]

Nasru mikail

[edit]

Gorsa gabaaba  🎉

⭕️=> Gaafa karaa tokko sii guutu karaa biraa akka sittì hir’atu beeki hir’uun namaa daangaa hin qabu waan ta’eef ⭕️==> namni baay’een yeroo si jaallatu baay’een akka si jibbu beeki hundi gaarummaa namaan yaaduutii ⭕️==> nama ofiisaa sitti boonsu irraa fagaadhu keessaisaa tuffii jiraatii ⭕️==> korojoon kee guyyaa tokko guutee gaafa biraa duwwaa yoo ta’e of hin dhiphisin qarshiin ulaagaa sin guuchisuuti ⭕️=> namoota sii gadii kabaji atis borii kee hin beektuutii ⭕️> rakkinas ta’e baldhina imaanaa hin dagatin nama galfata nyaate jedhamtaatii ⭕️=> amma dandeettii kee carraaqi nama dhalootaafwaa kaa’e taataati ⭕️=> umurii yartuu jiraattuuf nama hin hammeessin seenaan si abaaraatii ⭕️==> arraba keef eeggannoo godhi kan ati qoosaaf dubbatte nama gaddisiisuu danda’aatii ⭕️==> kaayyoo kee bira hanga geessutti nan dadhabe hin jedhin nama karaatti hafe taataatii ⭕️=> har’a keetti rakkinni yoo baay’ate gadda hin baay’isin borii keetu gammachuu dhaatii ⭕️==> gaafa qabdu si jaallatanii gaafa dhabdu kan si jibbaniif iccitii kee hin qoodin keessa isaanii ilkee cimaatu jiraati ⭕️==> warra si dubbachiisanii afaan keerra dubbii funaanan baqadhu si waliin karaa dheeraa deemuu hin danda’aniitii ⭕️==> caarraatti utuu hin taane hojii waaqaatti amani amantiin jalqaba milkaa’uutii!!!!…

@nasrumikailbot Nasru Ethiopia (talk) 21:27, 23 October 2023 (UTC)[reply]

Nasru mikail

[edit]

Nasru mikail

📡 Nasru mikail Ethiopia naanjedhaa Nasru Ethiopia Nasru Ethiopia (talk) 10:49, 25 October 2023 (UTC)[reply]

Your submission at Articles for creation: sandbox (October 25)

[edit]
Your recent article submission to Articles for Creation has been reviewed. Unfortunately, it has not been accepted at this time. The reason left by Gobonobo was: Please check the submission for any additional comments left by the reviewer. You are encouraged to edit the submission to address the issues raised and resubmit after they have been resolved.
gobonobo + c 10:56, 25 October 2023 (UTC)[reply]
Teahouse logo
Hello, Nasru Ethiopia! Having an article draft declined at Articles for Creation can be disappointing. If you are wondering why your article submission was declined, please post a question at the Articles for creation help desk. If you have any other questions about your editing experience, we'd love to help you at the Teahouse, a friendly space on Wikipedia where experienced editors lend a hand to help new editors like yourself! See you there! gobonobo + c 10:56, 25 October 2023 (UTC)[reply]

Your submission at Articles for creation: sandbox (November 2)

[edit]
Your recent article submission to Articles for Creation has been reviewed. Unfortunately, it has not been accepted at this time. The reason left by Praseodymium-141 was: Please check the submission for any additional comments left by the reviewer. You are encouraged to edit the submission to address the issues raised and resubmit after they have been resolved.
141Pr {contribs} 20:24, 2 November 2023 (UTC)[reply]
@Praseodymium-141 ✍️Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa.(Thomas Takias)
✍️Sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka’i. (Jecha warra Ingilizii)
✍️Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama.(wiiliyaam sheekispir)
✍️Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa har’aa balleessuudha. (Maaksim Troobey)
✍️Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jalaa bahuu hin dandeessu.(William shekispir)
✍️Nama carraa qabu galaanatti yoo darbatteyyuu qurxummii afaanitti qabatee baha.(Jecha warra Arabaa)
✍️Namni suuta deemu dafee bakka yaade gaha.(jecha warra chaayinaa)
✍️Daandii bakka yaadde si geessitu osuu hin beekiin adeemsa hin jalqabiin.(Jecha warra Ingilizii)
✍️Namni waan hundumaa hawwu nama guddaadha.Namni waan argachuu danda’u qofaa hawwummoo nama ogeessadha.(Jecha warra Aayilaandii)
✍️Nama tokko dogoggorasaarraa deebisuun hojii guddaadha.(Abirahaan Liinkan)
✍️Gammachuu fi shittoon walfakkaatu.Osuu namootaaf biifanii ofiis urgeeffatu.(Maaliif Waaltoo Imarsan)
✍️Maalaqni nyaata malee fedhii nyaataa hin bitu. √ Maalaqni qoricha malee fayyaa hin bitu. √ Maalaqni hordoftoota malee hiriyaa hin bitu. √ Maalaqni Hojjettoota malee Amanamtoota hin bitu. (Heenriik Ibsan)
✍️Akkuma sibiilli yoo qarame malee hin calaqqifne akkasuma namnis yoo rakkinaan qoramee bahe malee addunyaatti mul’achuu hin danda’u.(Konfiishiyees)
✍️Sodaa kee of keessa dhokfadhu. Dhimma biraa garuu hiriyoota keetiin mari’adhu.(Robert Luis Stevens)
✍️Sammuun keenya qaamota keenyatti amanuu dhiisuuf aangoo qaba.(Andire Morwa)
✍️Namni namoota injifatu nama cimaadha. Namni ofiisaa injifatummoo nama hundumaa caala.(Laawoo 8ffaa)
✍️Waanti nama beekamaa si taasisu waanta ta’uu barbaaddu taatee argamuudha.(Sokirates)
✍️Namoonni dhukkubaan hin du’an, dhiphina keessa isaaniitiin malee… (wiiliyaam Muuldan)
✍️Yeroo hundumaa tarkaanfii tokko tarkaanfachuu yommuu yaaddu,gufuu tarkaanfii tokko si ittisuu danda’utu si dura dhaabbata.(Antuwan Tekov)
✍️Namni tokko amaloota sadii(3) qaba. isaanis: √ Amala inni agarsiisu √ Amala inni qabuu fi √ Amala inni qaba jedhee yaadu. (Alfans Kar)
✍️Galaanni yeroo hundumaa waan yaa’uuf Namni tokko yeroo lama cehuu hin danda’u.(Hirik Litas)
✍️Balaa namatti dhufe injifachuuf tarkaanfiin jalqabaa waanta raawwate galataan fudhachuudha.Rakkoo si mudate akkuma jirutti fudhachuuf eeyyamamaa ta’i.(William James)
✍️Jireenya keessatti waanti nuti akka karooraatti qabannu waanta lamatu jira.Inni jalqabaa waanta barbaannu argachuu yoo ta’u,Inni lammaffaan immoo waanta argannetti gammaduudha.Namoonni karoora isa lammaffaatti gammadan garuu beektota qofa. Madda:Kitaaba saayikooloojii(ICCITII MILKAA’INAA) kan Norman V.Pill barreesse
✍️Namni waan qabutti hin gammanne osoo maaluu argatee hin gammadu.(Hoomer, Abbaa walaloo Giriik)
✍️Yoo nama jabaa ta’uu barbaadde jireenya kophaatti gammaduu bari.(Alex)
✍️Namoonni bayyeen addeessa kan koraniif namoota jalaa isaan utuban waan qabaniifi.
...................................................................
Maddi Kan dubbifnerraa ture.
Waan dubbistaniif galatoomaa.Kan isinitti tole hiriyyoota keessaniif qooduun immoo arjummaadha!
Wαliin bαrαnnee wαl hαα bαrsiifnu!
  1. ShareJoin┃@nasrumikailbot @mayacitystudentassociation /Nasru MekailEthiopian
Nasru Ethiopia (talk) 00:02, 3 November 2023 (UTC)[reply]

Your submission at Articles for creation

[edit]
Your recent article submission to Articles for Creation has been reviewed. Unfortunately, it has not been accepted at this time. Please check the submission for any additional comments left by the reviewer. You are encouraged to edit the submission to address the issues raised and resubmit after they have been resolved.
Nasrumikailkabira (talk) 17:46, 10 January 2024 (UTC)[reply]

Nasrumikail Ethiopia –nasrumikail Ethiopia nasrumikail Ethiopia [1]

Nasrumikailkabira

[edit]

Nasrumikailkabira(nasrumikail) Nasrumikailkabira (talk) 18:51, 13 January 2024 (UTC)[reply]

@Nasrumikailkabira 𝗝𝗲𝗰𝗵𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘁𝗼𝘁𝗮𝗮
✰ Nama tokkoo ol jaalatta taanaan keessa kee kan jiru memory cardii dha malee Onnee miti.
      Roobart Mugaabee.
✰ “Mo’attoonni waan adda ta’e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda ta’een hojjetu.”
       Shiiv keeraa.
✰ “Namni kamillee miilla dhoqqeedhaan sammuu koorra akka ejjetuuf hin eeyyamu.”
      M. Gaandii.
✰ “Dukkanni dukkana hin ibsu; Ifatu dukkana ibsa. Jibbi jibba in ari’u; jaalalatu jibba ari’a.”
       Maartiin Luuter Kiingi.
✰ “Muka ija qabutti dhagaan darbatamu baayyeedha.”
       Shiiv keeraa.
✰ “Hin danda’amu kan jedhamu wanta hin hojjetamne qofadha.”
         N. Maandellaa.
✰"Dukkana guddaa keessa ifa xiqqoon darbuu dandeessa"
       Abdii Taammanee.
✰ "Gaa'ela osoo qabduu barattoota dubaraatu si gammachiisa yoo ta'e haadha warraa keef yuunifoormii barataa bitiif."
        Roobart Mugaabee.
✰ “Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu ta’uu qaba hin jedhin.”
      Maartiin Luuter Kiingi.
✰ “Addunyaan kun bor ni baddi yoo naan jedhan illee har’a sanyii facaasuu hin dhiisu.”
       Maartiin Luuter Kiingi.
✰ “Namni tokko yommuu kufu hin injifatamu, yommuu abdii kutatu injifatama.”
        Riichaard Niiksoon.
✰ "Of wallaaluun of awwaaluudha"
        Miratuu Shaanqooo.
✰ "Namni waan siin jedhu hindhabu ofiinuu waa jedha waan ta'eef"
        Abdii Taammanee.
✰ “Namni dogoggora hojjetee hin beekne nama homaa tokko yaalee hin beeknedha.”
        Albeert Inistaayin.
✰ “Nagaan waliigalteedhaan malee humnaan hin argamu.”
        Albeert Inistaayin.
✰ “Sababan gatiittii namoota gurguddoo irra dhaabbadheefan namoota kaan caalmaatti fageessee ilaaluu danda’e.”
        Iyezak Niiwtan.
✰ "Of beekuuf murtoo hinqabdu taanaan of beektes murtoo hinmurteessitu"
        Miratuu Shaanqoo.
✰ “Hiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora kee miti, carraadha. Hiyyeessa taatee du'uun garuu dogoggora keeti.”
          Biil Geet.
✰ "Haasaa abbaan barbaade bulbulu ani hindhugu"
           Abdii Taammanee.
✰ “Karaa milkaa’inatti geessu hin beeku yoon ta’ellee karaa kufaatiitti geessu nan beeka, innis namoota hundaa gammachiisuuf dhama’uudha.”
         Biil Koosbiil
✰ “Kun hundumtuu ta’ullee ammayyuu ilmaan namootaa gaariidha jedheen yaada.”
           Haannaa Firaank.
✰  “Maqaa diinota keefi hojii isaan si irratti hojjetan hin irraanfatin, balleessaa isaaniif garuu dhiifama godhi.”
           Joon F Keenedii.
✰ “Addunyaa kana irraa wanti baay’ee nama gaddisiisu utuu ija qabanii mul’ata dhabuudha.”
            Heelen Kiiler.
✰" Waaqatu na muude, isatu na buusa"
           Roobart Mugaabee.
✰ “Hiyyumnis ta’e sooromni bu’aa ilaalcha keenyaati.”
             Naappooliyoon Hiil.
✰ “Carraatti cimseen amana yoon jabaadhee hojjedhe immoo carraawwan hedduu akkam argadhus nan amana.”
           Toomaas Jeefersen.
✰ “Kaleessa caalaa bortu sitti dhihoodha.”
            Miratuu  Shanqoo
Maal irraa Barannaa...?
Share share #Share Join @nasrumikailkabira Nasru Ethiopia (talk) 18:57, 13 January 2024 (UTC)[reply]

June 2024

[edit]

Information icon Hello, I'm Certes. I wanted to let you know that one or more of your recent contributions have been undone because they appeared to be promotional. Advertising and using Wikipedia as a "soapbox" are against Wikipedia policy and not permitted; Wikipedia articles should be written objectively, using independent sources, and from a neutral perspective. Take a look at the welcome page to learn more about Wikipedia. Thank you. Certes (talk) 10:43, 2 June 2024 (UTC)[reply]

Information icon Hello, Nasru Ethiopia. This is a bot-delivered message letting you know that User:Nasru Ethiopia/sandbox, a page you created, has not been edited in at least 5 months. Drafts that have not been edited for six months may be deleted, so if you wish to retain the page, please edit it again or request that it be moved to your userspace.

If the page has already been deleted, you can request it be undeleted so you can continue working on it.

Thank you for your submission to Wikipedia. FireflyBot (talk) 18:06, 11 June 2024 (UTC)[reply]

  1. ^ Nasrumikail